Saturday, November 14, 2020

Nabiin Rabbii (ASW)

Nabiin Rabbii (ASW) Hadiiaa Bukhaarii keessatti "Irra caalaan keessan nama Qur'aana baratee barsiise" jedhan. Mana keessan teettanii diinii islaamaa barachuufi barsiisuuf page kana like godhaa. Qur'aana qara'uu, ajaa'ibs Qur'aana keessa jiru barachuu, Barnoota Salaataa, Sooma, Zakaa, Hajjii, Nikaaha, Faraa'ida, Hukmiiwwan gurguddoo muslima hundaaf barbaachisu, barnoota dhimma yerootiin wal-qabatuu fi Gaaffii fi deebii barbaachisaa akkasumas mata dureewwan barbaachisaa ta'e karaa gabaabaa ta'een mana taa'aa hordofa. Waan barattan immoo barsiisuun dirqama islaamummaa isinirra jiru bahaan dhaamsa keenya. Allaahu-Akbar!

No comments:

Post a Comment

Featured Post

Nabiin Rabbii (ASW)

Nabiin Rabbii (ASW) Hadiiaa Bukhaarii keessatti "Irra caalaan keessan nama Qur'aana baratee barsiise" jedhan. Mana keessan te...